Tokkummaa Barattoota Oromoo Biyyaa Jarmanii (TBOJ)

Union of Oromo Students in Germany (UOSG)

Koree Hojii Geggessituu TBOJ

UOSG Executive Committee

khg@tboj.de

www.tboj.de

Regensburg, Germany

Tel: 0049(0)152 13802604


Tokkumma Barattoota Oromoo Biyyaa Jarmanii (TBOJ)

Union of Oromo Students in Germany (UOSG)

Baga Nagaan dhuftan! Welcome!Herzlich Willkommen!

OSA 2015 midyear conference Held Successfully

29.03.2015 Munich- Germany

 

With a high record of participants from the whole parts of Europe and Germany, held the Oromo Studies association the 2015 Midyear Conference in the Bavarian Metropolitan Munich.

 

The conference, which is the first of it’s type to be held outside the USA began on Friday evening, which was held as a Memorial to the late “Paul Baxter” in the venue of the Ludwig Maximillian University of Munich.

 

The Opening Speech was addressed by the representative of the LM-University Prof. Herman Amborn.

 

During the next two days many scholars presented their papers on the “Historical and contemporary relations between Europe and the Oromo”

 

The Conference ended on the 29.03.2015, with a participative discussion about the present situation and plight of the Oromo Refugees.

 

Munich, March 29.2015


Waamicha hiriira nagaa magaalaa Berlinitti.


Guyyaa 02.05.2014


Gara Oromoota hunda.


Lammii keenya nagaan haa gayuu.


Akka hundi keenya quba  qabnuutti, yeroo amma kana mootummaan TPLF / EPRDF biyya keenya Oromiyaa jeeqaa , hunkuraa , uummata Oromoo mana hidhaatti guura fi ajjeesa jira.


Haala kana akka lammii Oromootti cal jennee ilaalu hin qabnuu.

Kanaaf, uummata keenya isa daraaramaa, dhiignii isaa dhangalaa fi dhumaa jiru, sagalee isa ta `u dhaan, mootummoota addunyaatti  beeksisuuf, waamicha hiriira nagaa isinii goone.


Ajjeechaa, hidhaa fi reebichii Oromoo irra gayaa jiru kun na ilaala, lammii irra qaba, lammii kootu dhiignii isaa dhangalaa jira kan  jedhuu hundii, hiriira kana irratti qooda fudhachuu qaba jenne hubana.



Tokkummaan humna!


Tokkummaan waliin dirmanee, biyya keenya fi saba keenyaaf  haa dhaabanuu.


Guyyaa hiriira: 09.05.2014

Bakka: Bundeskanzleramt fuula dura ( auf dem Platz zwischen Paul-Löbe-Allee und Otto-von-Bismark-Allee )

Yeroo ( Sa `aa ) : 9,00


Nagaa fi fayyaa isini hawwina

Koree Hojii Gaggeessitu-Hawaasa Oromoo Barliin (KHG-HOB)